Connect with us

Artist Tazarraa Lammaa lubbuun darbe

News

Artist Tazarraa Lammaa lubbuun darbe

Artist Tazarraa lammaa dhukkubbii onnee tasaatiin lubbuun darbe. Artisti Tazarraan fiilmota baayina 20 ol tan irratti taatee garagaraa taphachuun beekama.

Bara 1954 Fichetti kan dhalate yoo tahu, magaalaa Finfinneetti kan guddateedha.

Continue Reading
Advertisement
Click to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

To Top